Please, rescue detained and stranded Ethiopian migrants in Saudi Arabia and Yemen

Please, rescue detained and stranded Ethiopian migrants in Saudi Arabia and Yemen

0 haben unterschrieben. Nächstes Ziel: 2.500.


Credible reports show that there are tens of thousands of men and women Ethiopian migrants detained and stranded in the Kingdom of Saudi Arabia and in the border areas between Yemen and the Saudi Arabia. They are living in overcrowded and cramped makeshift shelters and detention centres, with no access to hygiene or humanitarian assistance. As a result, many are suffering from contagious diseases, their mental health disturbed, and some have reportedly died. Such harsh measures are being taken in the name of fighting COVID-19. However, we submit that they violate basic human rights of the migrants, including the right to life, humane treatment, and are against fundamental humanitarian norms.

Before it is too late, we demand the Ethiopian government to immediately facilitate the return of its citizens; for the authorities of the Kingdom of Saudi Arabia and Yemen to facilitate the safe passage of the migrants, and the UN agencies and other humanitarian organizations to assist in this regard. Please help us bring the extreme plight of the migrants to the attention of the International community for action.

===============================================
እባክዎ፣  በሳውዲ አረብያና የመን የታሰሩትን እና መሄጃ ያጡ ኢትዮጵያውያን ስደተኞችን እናድን

 በዚህ ሰአት በአስር ሺዎች የሚቆጠሩ ኢትዮጵያውያን ወገኖች የተሻለ ሥራ ፍለጋ በኼዱበ የኮረና በሽታ ምክንያት በሳውዲ አረብያ እስር ቤቶችና በየመንና ሳውዲ አረብያ ማሀከል በሚገኙ ማቆያ ስፍራዎች ለማሰብ  በሚያስቸግር አስከፊ ሁኔታ ላይ ይገኛሉ:: ያሉበት ቦታ በጣም ሙቀታማ ከመሆኑ በላይ ለመንቀሳቀስ እንኳን  በሚያስቸግር፣ ንፅሕና መጠበቅ በማያስችል ጠባብ ቦታ ታጉረው በመሆኑ በሂወት የመኖር መብቶቻቸው አደጋ ላይ ወድቆና ሰብአዊ ክብራቸው ተገፎ ይገኛሉ:: በመሆኑም በተለያዩ ተላላፊ በሽታዎች ተይዞአል፣ የአእምሮ በሽታ ተጠቂዎች ሁኗል፣ የተወሰኑትም ለሞት ተዳርጓል::

ሁኔታው ካለበት ብሶ አሳፋሪ እልቂት ሳይከሰት የኢትዮጵያ መንግስት ዜጎቹን በአፋጣኝ ወደ አገራቸው እንዲወስዳቸው፣ የሳውዲ አረብያና የየመን መንግስታትም ጉዳዩ ከሚመለከታቸው የተባበሩት መንግስታት ድርጅት አካላትና ሌሎች  የተራድኦ ድርጅቶች በመሆን ዜጎቻችን ወደአገራቸው የሚመለሱበትን መንገድ እንዲያመቻቹ ለመጠየቅ ይህን ጥሪ በመፈረም የራሶን አስተዋጽኦ እንዲያበረክቱ  በማክበር እንጠይቃለን::
 ===============================================

በይዛኹም፣ ኣብ ስዑድ ዐረቢያን የመንን ተኣሲሮምን መኸዲ ስኢኖም ዘለው ኢትዮጵያውያን ስደተኛታት ነድሕን 

ኣብዚ እዋን ብዓሰርተታት ኣሽሓት ዝቑፀሩ ኢትዮጵያውያን ስደተኛታት ኣብ ቤት ማሕዩራት ሱዑዲ ዓረብያን በረኻታት የመንን አብ አዝዩ መፀገሚ ኩነታት ይርከቡ:: ሕማም ኮረና ምኽንያት ብምግባር ምስምስ አብ ልዑል ሙቐት ዝኾነን ንምውስዋስ እውን አብ ዘይኽእልሉን ናይ ውልቀ ፅሬት ክሕልውሉ አብ ዘይኽእሉን ተአፋፊ ኩነታት ይርከቡ:: ከም ውፅኢቱ ድማ እዞም አሕዋትናን አሓትናን መሰላቶምን ሰብኣዊ ክብሮምን ተገፊፉ፣ ብተላበድቲ ሕማማት እናተሳቐዩ፣ ምህዋኽ አእምሮአዊ ጥዕና ገጢምዎምን ገለውን ንሕለልፈተ ሂወት በፂሖም እዮም::

ኩነታቶም እናባአሰ ከይዱ ዘሕፈር ህልቂት መናእሰያትና ከይመፅእ መንግስቲ ኢትዮጵያ ዜጋታቱ ንኽቕበልን ነዚ ዘኽእል  አድላዪ ዘበለ ኩሉ ንኽገብርን፣ መንግስትታት ሱዑዲ ዓረብያን የመንን እውን ምስ ዝምልከቶም ትካላት ሕቡራት  መንግስት ካልኦት ገበርቲ ሰናይን ብምኳን ነዚ ንኸሳልጡ ድፍኢት ንምግባር እዚ ፃውዒት ብምፍራም ተረኦም/አን ንኽፃወቱ/ታ ብኣኽብሮት ንሓትት::
 ==============================================

Maaloo, baqattoota Itiyoophiyaa Saawudi Arabiyaafi Yemeen keessatti hidhamanii dararamaa jiran baraaruu

Akka gabaasni qabatamaan argannee jedhutti baqattootni Itiyoophiyaa dhalaa fi dhiira kumootaan lakkaawwaman biyya mootummaa Saawudii Arabiyaa keessatti, akkasumas daangaa Yemen fi Saawudii Arabiyaatti hidhamanii dararamaa jiru. Yeroo ammaa hedduminaan bakka tokkotti waliitti qabamuun mana xiqqoo keessa fi bakka namoota tursiisan adda addaatti hidhamanii jiraachaa jiru. Bakki isaan jiran kunimmoo qulqullina kan hin qabnee fi akkasumas, gargaarsa namoomaa argachaa akka hin jirre ta'uu isaatu himama. Kana irraa kan ka’e dhukkuboota daddabarbaaf saaxilamaa jiraachuu, fayyummaan mataa fi xinsamuu isaaniis hubamaa jira. Akkuma kanas namooti muraasni akka lubbuun darbanis gabaafameera. Tarkaanfileen miidhaa ulfaatoof isaan saaxile kun maqaa ‘COVID-19’ ittisna jechuutiin kan isaan irratti raawwatamaa jiruudha. Haa ta’u malee, tarkaanfiin kun mirga baqattootni uumamaan qaban kan sarbuu fi mirga lubbuun jiraachuu dhorkaa akka jiru, akkasumaas, tajaajila namummaa dhabuu fi walumaa gala faallaa mirga dhala namaa akka ta'e ibsina.

Haalli kun utuu gar-malee hammaatee sadarkaa deebii hin qabnerra hin ga'in, mootummaan Itiyoophiyaa hatattamaan lammiiwwan isaa gara biyyaatti  deebisuuf akka haala mijeessu cimsinee gaafanna. Mootummaan Saawudii Arabiyaa fi Yemen baqattooti kun akka galaniif akka haala mijeessu, akkasumas, dhaabbileen mootummoota gamtoomanii fi gargaarsa dhala namaaf godhan rakkoo kana ilaalchisuun akka gargaaran gaafanna. Rakkoowwan hamtuu baqattoota mudachaa jiran kana dhaabbilee dhala namaaf dhaabbatan biraan akka geenyuuf nu gargaaraa.